Isaayyaas 40:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Lafa onaa keessaa sagaleen akkana jedhu tokko ni dhagaʼama: “Daandii Yihowaa qopheessaa!+ Gammoojjii keessattis Waaqa keenyaaf daandii guddaa qajeelaa taʼe qopheessaa.+
3 Lafa onaa keessaa sagaleen akkana jedhu tokko ni dhagaʼama: “Daandii Yihowaa qopheessaa!+ Gammoojjii keessattis Waaqa keenyaaf daandii guddaa qajeelaa taʼe qopheessaa.+