-
Ruut 4:18-22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Hiddi dhalootaa* Faares kana dha: Faares Hesrooniin dhalche; 19 Hesroon Raamiin dhalche; Raam Aminaadaabiin dhalche; 20 Aminaadaab Naʼaasooniin dhalche; Naʼaasoon Salmooniin dhalche; 21 Salmoon Boʼaaziin dhalche; Boʼaaz Yoobeediin dhalche; 22 Yoobeed Isseyiin dhalche; Issey immoo Daawitiin dhalche.
-