-
1 Qorontos 7:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Eeyyee, akka isin yaaddoo irraa bilisa taatan nan barbaada. Namni hin fuune akkamitti Gooftaa akka gammachiisu, jechuunis waaʼee tajaajila Gooftaa yaaddaʼa.
-