LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 18:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 achiis akkana jedhe: “Dhuguman isiniin jedha, deebitanii* akka ijoollee yoo taatan+ malee matumaa Mootummaa samiitti hin galtan.+

  • Maarqos 10:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yesuus yeroo kana argu aaree akkana isaaniin jedhe: “Mootummaan Waaqayyoo warra akkanaatiif waan taʼeef, ijoollee xixinnoon gara koo haa dhufan, isaan dhowwuuf hin yaalinaa.+

  • Luqaas 18:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Haa taʼu malee, Yesuus daaʼimman sana ofitti waamee akkana jedhe: “Mootummaan Waaqayyoo warra akkanaatiif waan taʼeef,+ ijoollee xixinnoon gara koo haa dhufan, isaan dhowwuuf hin yaalinaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi