LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 10:29, 30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Yesuusis akkana jedhe: “Dhuguman isiniin jedha, namni anaa fi misiraachichaaf jedhee, mana yookiin obboloota yookiin obboleettota yookiin haadha yookiin abbaa yookiin ijoollee yookiin maasii dhiise,+ 30 yeroo ammaatti ariʼatamaa wajjin+ manneen, obboloota, obboleettota, haadholii, ijoollee fi maasii dachaa 100, sirna* dhufu keessatti immoo jireenya bara baraa kan hin arganne hin jiru.

  • Luqaas 18:29, 30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Innis akkana isaaniin jedhe: “Dhuguman isiniin jedha, namni Mootummaa Waaqayyootiif jedhee, mana yookiin haadha manaa yookiin obboloota yookiin warra yookiin ijoollee dhiisee,+ 30 yeroo ammaatti kana caalaa dachaa hedduu hin arganne, sirna* dhufu keessatti immoo jireenya bara baraa hin arganne hin jiru.”+

  • Ibroota 10:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Isin warra hidhamanitti gara laafina argisiistaniittu; akkasumas isinis qabeenya isa caaluu fi hin badne akka qabdan waan beektaniif,+ qabeenyi keessan yommuu saamamu gammachuu keessan hin dhabne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi