-
Maatewos 27:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Dhuma irrattis erga itti qoosanii booda, uffaticha irraa baasanii uffata isaa isa inni irraan uffatu deebisanii itti uwwisuudhaan muka irratti akka fannifamuuf+ fuudhanii deeman.
-