-
Maarqos 10:42Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
42 Yesuus garuu ofitti isaan waamee akkana isaaniin jedhe: “Namoonni bulchitoota sabootaa jedhaman gooftolii akka isaan irratti taʼan, guguddoonni isaaniis aangoo isaanii akka isaan irratti argisiifatan beektu.+
-