2 Qorontos 1:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Nuti gammachuu keessaniif isinii wajjin hojjenna malee, amantii keessan irratti gooftolii hin taanu;+ sababiin isaas, isin kan dhaabbattan amantii keessaniini. 1 Pheexiros 5:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 warra qabeenya Waaqayyoo taʼan irratti gooftummaa argisiisuudhaan utuu hin taʼin,+ tuutichaaf fakkeenya taʼuudhaan+ isaan tiksaa.
24 Nuti gammachuu keessaniif isinii wajjin hojjenna malee, amantii keessan irratti gooftolii hin taanu;+ sababiin isaas, isin kan dhaabbattan amantii keessaniini.
3 warra qabeenya Waaqayyoo taʼan irratti gooftummaa argisiisuudhaan utuu hin taʼin,+ tuutichaaf fakkeenya taʼuudhaan+ isaan tiksaa.