-
Maarqos 11:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Gara Yerusaalemitti yommuu seenus mana qulqullummaa seenee wanta naannoo isaa jiru hundumaa ilaale; haa taʼu malee, saʼaatiin sokkee waan tureef, warra Kudha Lamaanii wajjin gara Bitaaniyaa dhaqe.+
-
-
Luqaas 21:37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Yesuus guyyaa guyyaa mana qulqullummaatti barsiisa, halkan halkan immoo baʼee Gaara Ejersaa irra bula ture.
-
-
Yohaannis 11:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Namni Alaazaar jedhamu tokko dhukkubsatee ture; inni Bitaaniyaa ganda Maariyaamii fi obboleettii ishii Maartaa+ keessa jiraata ture.
-