LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 3:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ammuma iyyuu qottoon mukeetii jala kaaʼameera. Kanaafuu, mukti firii gaarii hin godhanne hundi muramee ibiddatti gatama.+

  • Maarqos 11:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Muka harbuu baala lalisaa qabdu tokko fagootti argee, firii akka irraa argatu ilaaluuf gara ishii dhaqe. Yommuu bira gaʼu garuu waqtiin isaa yeroo harbuun itti firii godhatu waan hin turreef, baala malee homaa irraa hin arganne. 14 Kanaafuu, “Eenyu iyyuu kana booda firii si irraa hin nyaatin”+ jedhe. Barattoonni isaas isa dhaggeeffachaa turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi