Maarqos 11:20, 21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Ganama barii yommuu achiin darbanis mukti harbuu sun hidda ishiitii jalqabee akka gogde argan.+ 21 Yeroo kanatti Pheexiros yaadatee, “Rabbii, ilaa mukti harbuu ati abaarte sun gogdeetti”+ isaan jedhe.
20 Ganama barii yommuu achiin darbanis mukti harbuu sun hidda ishiitii jalqabee akka gogde argan.+ 21 Yeroo kanatti Pheexiros yaadatee, “Rabbii, ilaa mukti harbuu ati abaarte sun gogdeetti”+ isaan jedhe.