-
Luqaas 14:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Namichis saʼaatiin irbaataa yommuu gaʼu dhaqee warra affeeraman sanaan, ‘Amma wanti hundi waan qophaaʼeef kottaa’ jedhee akka waamu garbicha isaa erge. 18 Haa taʼu malee, hundi isaanii iyyuu sababii dhiheessuu jalqaban.+ Inni jalqabaa, ‘Ani lafa waanan bitadheef dhaqee ilaaluun qaba; maaloo, dhiifama naa godhi’ isaan jedhe.
-