-
Luqaas 3:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Yohaannisis akkana jedhee hunda isaaniitiif deebii kenne: “Ani bishaaniin isin nan cuupha; inni ana caalaa jabaa taʼe dhufaa jira; ani hidhaa kophee isaa illee hiikuuf gaʼumsa hin qabu.+ Inni hafuura qulqulluu fi ibiddaan isin cuupha.+ 17 Inni oobdii isaa guutummaatti qulqulleessuu fi qamadii isaa gootaraatti galchuuf laayidaa* ittiin qulleessu harkatti qabateera; habaqii isaa garuu ibidda dhaamuu hin dandeenyeen guba.”
-