Luqaas 11:46 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 46 Achiis Yesuus akkana jedhe: “Isin warra Seericha beektaniifis wayyoo! Sababiin isaas, isin baʼaa ulfaataa namoota irratti feetu; ofii keessaniif garuu quba tokkoon illee hin tuqxan.+
46 Achiis Yesuus akkana jedhe: “Isin warra Seericha beektaniifis wayyoo! Sababiin isaas, isin baʼaa ulfaataa namoota irratti feetu; ofii keessaniif garuu quba tokkoon illee hin tuqxan.+