Maatewos 9:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kanaafuu dhaqaa, ‘Ani aarsaa utuu hin taʼin gara laafinan barbaada’+ jechuun maal jechuu akka taʼe hubadhaa. Sababiin isaas, ani qajeelota utuu hin taʼin, cubbamoota waamuufan dhufe.” Maatewos 12:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Haa taʼu malee, ‘Ani aarsaa utuu hin taʼin gara laafinan+ barbaada’+ inni jedhu, maal jechuu akka taʼe utuu hubattaniittu taʼee namoota balleessaa hin qabne hin balaaleffattan turtan.
13 Kanaafuu dhaqaa, ‘Ani aarsaa utuu hin taʼin gara laafinan barbaada’+ jechuun maal jechuu akka taʼe hubadhaa. Sababiin isaas, ani qajeelota utuu hin taʼin, cubbamoota waamuufan dhufe.”
7 Haa taʼu malee, ‘Ani aarsaa utuu hin taʼin gara laafinan+ barbaada’+ inni jedhu, maal jechuu akka taʼe utuu hubattaniittu taʼee namoota balleessaa hin qabne hin balaaleffattan turtan.