Luqaas 16:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Kanaafuu, akkana isaaniin jedhe: “Isin namoota duratti qajeelota akka taatan dubbattu,+ Waaqayyo garuu garaa keessan beeka.+ Sababiin isaas, wanti namoota duratti bakki guddaan kennamuuf Waaqayyo duratti jibbisiisaa dha.+
15 Kanaafuu, akkana isaaniin jedhe: “Isin namoota duratti qajeelota akka taatan dubbattu,+ Waaqayyo garuu garaa keessan beeka.+ Sababiin isaas, wanti namoota duratti bakki guddaan kennamuuf Waaqayyo duratti jibbisiisaa dha.+