2 Kanaafuu, ati yommuu kennaa gara laafinaa kennitu akka fakkeessitoonni namoota duratti ulfina argachuuf mana sagadaa fi karaa irratti godhanitti, dursitee malakata hin afuufin. Dhuguman isiniin jedha, isaan badhaasa isaanii guutummaatti argataniiru.