Luqaas 11:47 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 47 “Isiniif wayyoo! Sababiin isaas, isin awwaalota* raajotaa ijaartu; kan isaan ajjeese garuu abbootii keessani.+
47 “Isiniif wayyoo! Sababiin isaas, isin awwaalota* raajotaa ijaartu; kan isaan ajjeese garuu abbootii keessani.+