LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 21:21-23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yeroo sanatti warri Yihudaa keessa jiran gara gaarotaatti haa baqatan;+ warri ishii gidduu jiran ishii keessaa haa baʼan; warri baadiyyaa jiranis ishiitti hin seenin; 22 sababiin isaas, wantoonni barreeffaman hundi akka raawwatamaniif, guyyoonni sun yeroo Waaqayyo murtii haqaa itti dabarsu dha.* 23 Guyyoota sanatti dubartoota ulfaa fi dubartoota hoosisaniif wayyoo!+ Sababiin isaas, biyyattii irratti dhiphinni guddaan, saba kana irrattis dheekkamsi ni dhufa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi