Maarqos 13:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yihowaan* guyyoota sana utuu hin gabaabsine taʼee, eenyu iyyuu* ooluu hin dandaʼu ture. Haa taʼu malee, warra filatamoo inni filateef jedhee guyyoota sana ni gabaabsa.+
20 Yihowaan* guyyoota sana utuu hin gabaabsine taʼee, eenyu iyyuu* ooluu hin dandaʼu ture. Haa taʼu malee, warra filatamoo inni filateef jedhee guyyoota sana ni gabaabsa.+