Luqaas 17:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Kanaafuu, isaan deebisanii, “Yaa Gooftaa, eessatti?” isaan jedhan. Innis, “Bakka raqni jirutti risaan achitti wal gaʼa”+ isaaniin jedhe.
37 Kanaafuu, isaan deebisanii, “Yaa Gooftaa, eessatti?” isaan jedhan. Innis, “Bakka raqni jirutti risaan achitti wal gaʼa”+ isaaniin jedhe.