Maarqos 13:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Innis yeroo sanatti maleekota ergee, warra isaaf filataman bubbeewwan arfan irraa, andaara lafaatii hanga andaara samiitti walitti ni qaba.+
27 Innis yeroo sanatti maleekota ergee, warra isaaf filataman bubbeewwan arfan irraa, andaara lafaatii hanga andaara samiitti walitti ni qaba.+