-
Uumama 6:11-13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Lafti garuu Waaqa dhugaa duratti mancaatee turte; jeequmsaanis guutamtee turte. 12 Waaqayyo gara lafaa ni ilaale; kunoo, ishiin mancaatee turte;+ foon kan taʼe* hundis lafa irratti daandii isaa mancaasee ture.+
13 Sana booda Waaqayyo Nohiin akkana jedhe: “Sababii isaaniitiin lafti jeequmsaan waan guutamteef, ani foon kan taʼe hundumaa balleessuuf murteesseera; kanaafuu, ani lafaa wajjin isaan nan balleessa.+
-