Maarqos 13:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Kanaafuu, gooftaan manichaa, galgala yookiin halkan walakkaa yookiin iyya indaaqqoo dura yookiin ganama barii, yoom akka dhufu waan hin beekneef,+ yeroo hundumaa dammaqaa eegaa;+
35 Kanaafuu, gooftaan manichaa, galgala yookiin halkan walakkaa yookiin iyya indaaqqoo dura yookiin ganama barii, yoom akka dhufu waan hin beekneef,+ yeroo hundumaa dammaqaa eegaa;+