-
Luqaas 12:42-44Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
42 Gooftaanis akkana jedhe: “Bulchaan* amanamaanii fi ogeessi,* yeroo sirrii taʼetti nyaata gaʼaa akka isaaniif kennu gooftaan isaa tajaajiltoota isaa irratti muudu dhuguma eenyu?+ 43 Gooftaan isaa dhufee utuu inni akkana godhuu yoo isa arge garbichi sun gammadaa dha! 44 Dhuguman isiniin jedha, inni qabeenya isaa hundumaa irratti isa muuda.
-