1 Tasalonqee 3:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Anis kana caalaa obsuu waanan dadhabeef, amanamoo taʼuu keessan beekuuf gara keessanitti isa nan erge;+ kana kanan godhes inni qoru+ sun hamma tokko isin qoree dadhabbiin keenya gatii dhabeera taʼa jedhee waanan yaadeefi.
5 Anis kana caalaa obsuu waanan dadhabeef, amanamoo taʼuu keessan beekuuf gara keessanitti isa nan erge;+ kana kanan godhes inni qoru+ sun hamma tokko isin qoree dadhabbiin keenya gatii dhabeera taʼa jedhee waanan yaadeefi.