LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 3:28, 29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 ‘Ani isa isa dura ergame sana dha+ malee Kiristoos miti’+ jechuu koo isinumti iyyuu dhugaa anaaf baatu. 29 Inni misirroo qabu hundi misirricha+ dha. Michuun misirrichaa garuu yommuu dhaabbatee sagalee isaa dhagaʼu, sagalee misirrichaatiin kan kaʼe guddaa gammada. Kanaafuu, amma gammachuun koo guutuu taʼeera.

  • Mulʼata 19:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Guyyaan Hoolichi gaaʼela itti godhatu waan gaʼee fi misirroon isaas waan of qopheessiteef haa gammannu, haa ililchinu, ulfinas isaaf haa kenninu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi