16 Kanaafuu, inni jalqabaa dhufee, ‘Yaa Gooftaa, miinaan kee miinaa kudhan dhaleera’+ jedhe. 17 Innis namichaan, ‘Garbicha gaarii nana, baʼeessa goote! Ati wanta baayʼee xinnoo taʼe irratti amanamaa waan taateef, magaalota kudhan irratti aangoon siif kennameera’+ jedhe.