LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Zakkaariyaas 2:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa inni erga ulfina argatee booda* saboota isin saamanii turanitti na erge akkana jedha:+ ‘Kan isin tuqu kam iyyuu qaroo ija kootii tuqa.+

  • Hojii Ergamootaa 9:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 innis lafatti kufe; sagaleen tokkos, “Saaʼol, Saaʼol, maaliif na ariʼatta?” yommuu isaan jedhu dhagaʼe. 5 Saaʼolis, “Yaa Gooftaa, ati eenyu?” jedhee gaafate. Innis akkana jedhe: “Ani Yesuus+ isa ati ariʼattu sana dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi