-
Yohaannis 11:57Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
57 Dura buutonni lubootaa fi Fariisonni garuu, isa qabuu akka dandaʼaniif namni bakka Yesuus jiru beeku kam iyyuu isaanitti himuu akka qabu ajaja kennanii turan.
-