-
Baʼuu 21:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Qotiyyoon sun garbicha tokko yookiin garbittii takka yoo waraane, namichi gooftaa nama sanaatiif meetii sheeqilii* 30 haa kennu; qotiyyoon sunis dhagaadhaan tumamee haa ajjeefamu.
-