-
Maarqos 14:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Dhuguman isiniin jedha, hamma guyyaa ani Mootummaa Waaqayyoo keessatti wayinii isa haaraa dhugu sanaatti, kana booda matumaa wayinii kana irraa hin dhugu.”
-
-
Luqaas 22:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 ani isinitti nan hima, ammaa jalqabee hanga Mootummaan Waaqayyoo dhufutti lammata wayinii hin dhugu.”
-