Maatewos 28:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Egaa dafaa dhaqaatii, ‘Inni duʼaa kaʼeera, isin dursee gara Galiilaa ni dhaqa;+ isin achitti isa ni argitu’ jedhaatii barattoota isaatti himaa. Wantan isinitti hime hin irraanfatinaa.”+ Maatewos 28:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Barattoonni isaa 11 garuu, gara gaara Galiilaa+ keessatti argamuu fi Yesuus achitti akka wal argan isaanitti hime+ sanaa dhaqan.
7 Egaa dafaa dhaqaatii, ‘Inni duʼaa kaʼeera, isin dursee gara Galiilaa ni dhaqa;+ isin achitti isa ni argitu’ jedhaatii barattoota isaatti himaa. Wantan isinitti hime hin irraanfatinaa.”+
16 Barattoonni isaa 11 garuu, gara gaara Galiilaa+ keessatti argamuu fi Yesuus achitti akka wal argan isaanitti hime+ sanaa dhaqan.