-
Mulʼata 22:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Inni garuu, “Of eeggadhu! Akkana hin godhin! Ani akkuma kee fi akkuma obboloota kee warra raajota taʼanii fi warra dubbii maraa kitaabaa kana keessa jiru eeganii garbicha dha. Waaqayyoon waaqeffadhu!”+ naan jedhe.
-