Maatewos 20:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yesuusis deebisee, “Isin wanta kadhattan hin beektan. Xoofoo* ani dhuguuf jedhu dhuguu+ ni dandeessuu?” jedhe. Isaanis, “Eeyyee, ni dandeenya” isaan jedhan. Yohaannis 18:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yesuus garuu Pheexirosiin, “Goraadee kee manʼee isaatti deebisi.+ Ani xoofoo Abbaan anaaf kenne dhuguu hin qabuu?” jedhe.+
22 Yesuusis deebisee, “Isin wanta kadhattan hin beektan. Xoofoo* ani dhuguuf jedhu dhuguu+ ni dandeessuu?” jedhe. Isaanis, “Eeyyee, ni dandeenya” isaan jedhan.
11 Yesuus garuu Pheexirosiin, “Goraadee kee manʼee isaatti deebisi.+ Ani xoofoo Abbaan anaaf kenne dhuguu hin qabuu?” jedhe.+