-
Yohaannis 18:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Pheexiros garuu aluma balbala* dura dhaabbatee ture. Kanaafuu, barataan inni kan biraan luba ol aanaa biratti beekamu sun gad baʼee eegduu balbalaa sanatti himee Pheexirosiin ol galche.
-