Luqaas 18:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Erga isa garafanii booda isa ajjeesu;+ guyyaa sadaffaatti garuu duʼaa ni kaʼa.”+ Yohaannis 19:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Achiis Philaaxos Yesuusiin fuudhee isa garafe.+