Luqaas 18:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Fakkeenyaaf, inni saboota kaaniitti dabarfamee ni kennama,+ itti qoosama,+ rakkinni irra gaʼa, akkasumas itti tufama.+ Ibroota 12:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isin akka hin dadhabnee fi akka abdii hin kutanneef,*+ Yesuus isa dubbii hamaa cubbamoonni faayidaa ofii isaanii mormuudhaan dubbatan+ dandaʼe sana akka gaariitti yaadaa.
32 Fakkeenyaaf, inni saboota kaaniitti dabarfamee ni kennama,+ itti qoosama,+ rakkinni irra gaʼa, akkasumas itti tufama.+
3 Isin akka hin dadhabnee fi akka abdii hin kutanneef,*+ Yesuus isa dubbii hamaa cubbamoonni faayidaa ofii isaanii mormuudhaan dubbatan+ dandaʼe sana akka gaariitti yaadaa.