-
Luqaas 23:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Namoonnis dhaabbatanii ilaalu turan. Bulchitoonni garuu, “Warra kaan oolcheera; inni Kiristoos isa Waaqayyo erge, Isa Filatame sana yoo taʼe mee of haa oolchu” jedhanii qoosu turan.+
-