Maarqos 15:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Yesuus garuu sagalee guddaadhaan erga iyyee booda ni duʼe.*+ Luqaas 23:46 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 46 Yesuusis sagalee guddaadhaan iyyee, “Yaa Abbaa, ani hafuura koo imaanaadhaan harka keetti nan kennadha”+ jedhe. Erga kana jedhee boodas ni duʼe.*+ Yohaannis 19:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Yesuus wayinii dhangaggaaʼaa sana erga dhandhamee booda, “Ni raawwatame!”+ jedhe; achiis mataa isaa gad qabee hafuura isaa kenne.*+
46 Yesuusis sagalee guddaadhaan iyyee, “Yaa Abbaa, ani hafuura koo imaanaadhaan harka keetti nan kennadha”+ jedhe. Erga kana jedhee boodas ni duʼe.*+
30 Yesuus wayinii dhangaggaaʼaa sana erga dhandhamee booda, “Ni raawwatame!”+ jedhe; achiis mataa isaa gad qabee hafuura isaa kenne.*+