-
Maarqos 15:45-47Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
45 Ajajaa dhibbaa sana irraa erga mirkaneeffatee boodas, reeffa isaa akka fudhatu Yoseefiif heyyame. 46 Innis uffata quncee talbaa baʼeessa bitee, reeffa isaa erga mukicha irraa buusee booda, uffatichaan kafanee awwaala* kattaa keessatti qophaaʼe tokko keessa kaaʼe;+ achiis dhagaa tokko gara afaan awwaalichaatti gangalche.+ 47 Maariyaam ishiin Magdalaa fi Maariyaam haati Yosees garuu reeffa isaa eessa akka kaaʼan ilaalaa turan.+
-