-
Yohaannis 19:40, 41Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
40 Kanaafuu, isaan reeffa Yesuus fudhatanii akka aadaa awwaalchaa Yihudootaatti urgooftuu kanaa wajjin uffata quncee talbaa irraa tolfameen kafanan.+ 41 Akkuma carraa taʼee, iddoo inni itti ajjeefame* sana iddoon biqiltuu tokko jira ture; iddoo biqiltuu sana keessas awwaalli* haaraan+ namni itti awwaalamee hin beekne tokko jira ture.
-