LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 16:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Yommuu ol jedhanii ilaalan garuu, dhagichi akka malee guddaa taʼus, afaan awwaalichaa irraa akka gangalfame argan.+ 5 Yommuu gara awwaalichaatti seenanis dargaggeessa uffata adii uffatee karaa mirgaa taaʼe tokko arganii baayʼee naʼan.

  • Luqaas 24:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Haa taʼu malee, dhagichi awwaalicha* irraa akka gangalfame argan;+

  • Luqaas 24:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Utuma kun bitaa isaanitti taʼee jiruus, kunoo, namoonni uffata calaqqisu uffatan lama isaan bira dhaabbatan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi