Maarqos 16:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kanaafuu, isaan achii baʼanii hollachaa fi ajaaʼibsiifachaa awwaalicha biraa baqatan. Isaan sodaadhaan kan kaʼe nama tokkotti iyyuu homaa hin dubbanne.*+ Luqaas 24:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 bakka awwaalichaatii* deebiʼaniis wantoota kana hunda warra Kudha Tokkottii fi warra kaan hundumaatti himan.+
8 Kanaafuu, isaan achii baʼanii hollachaa fi ajaaʼibsiifachaa awwaalicha biraa baqatan. Isaan sodaadhaan kan kaʼe nama tokkotti iyyuu homaa hin dubbanne.*+
9 bakka awwaalichaatii* deebiʼaniis wantoota kana hunda warra Kudha Tokkottii fi warra kaan hundumaatti himan.+