-
Maatewos 27:64Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
64 Kanaafuu, barattoonni isaa dhufanii reeffa isaa hatanii+ namootaanis, ‘Inni duʼaa kaʼeera!’ akka hin jenneef, awwaalichi hanga guyyaa sadaffaatti akka eegamu ajaji. Taʼuu baannaan garuu, gowwoomsaan inni boodaa isa duraa irra hammaata.”
-