Maatewos 13:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Namni tokko dubbii Mootummichaa dhagaʼee ergaa isaa hin hubatu yoo taʼe, inni hamaan+ sun dhufee wanta garaa namichaa keessatti facaafame sana butata; sanyiin karaa qarqaratti facaafame sun isa kana.+ Luqaas 8:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Warri karaa qarqara buʼan, warra dubbicha dhagaʼani dha; sana booda Diyaabilos dhufee isaan amananii akka hin fayyineef dubbicha garaa isaanii keessaa fudhata.+
19 Namni tokko dubbii Mootummichaa dhagaʼee ergaa isaa hin hubatu yoo taʼe, inni hamaan+ sun dhufee wanta garaa namichaa keessatti facaafame sana butata; sanyiin karaa qarqaratti facaafame sun isa kana.+
12 Warri karaa qarqara buʼan, warra dubbicha dhagaʼani dha; sana booda Diyaabilos dhufee isaan amananii akka hin fayyineef dubbicha garaa isaanii keessaa fudhata.+