LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 13:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Inni qoree gidduutti facaafames isa dubbicha dhagaʼu dha; haa taʼu malee, yaaddoon sirna* kanaa+ fi humni qabeenyi gowwoomsuuf qabu dubbicha ni hudha; innis firii kan hin godhanne taʼa.+

  • Luqaas 8:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Warri qoree gidduu buʼan warra dubbicha dhagaʼani dha; haa taʼu malee dhiphinaan, soorumaa+ fi jireenya qananiitiin+ waan fudhatamaniif, guutummaatti ni hudhamu; matumaas firii gaarii hin godhatan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi