1 Yohaannis 2:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 sababiin isaas, wanti addunyaa keessa jiru hundi, jechuunis hawwiin foonii,+ hawwiin ijaa+ fi qabeenya ofii argisiifachuun* Abbaa irraa utuu hin taʼin addunyaa irraa madda.
16 sababiin isaas, wanti addunyaa keessa jiru hundi, jechuunis hawwiin foonii,+ hawwiin ijaa+ fi qabeenya ofii argisiifachuun* Abbaa irraa utuu hin taʼin addunyaa irraa madda.