Maatewos 13:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Inni biyyoo gaarii irratti facaafame immoo isa dubbicha dhagaʼee ergaa isaa hubatu dha; inni dhugumaan firii ni godhata, inni tokko dachaa 100, inni tokko dachaa 60, inni tokko immoo dachaa 30 godhata.”+ Luqaas 8:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Warri biyyoo gaarii irra buʼan immoo warra garaa qajeelaa fi gaarii taʼeen+ dubbicha erga dhagaʼanii booda garaa isaaniitti qabatanii jabaatanii dhaabbachuudhaan firii godhatani dha.+
23 Inni biyyoo gaarii irratti facaafame immoo isa dubbicha dhagaʼee ergaa isaa hubatu dha; inni dhugumaan firii ni godhata, inni tokko dachaa 100, inni tokko dachaa 60, inni tokko immoo dachaa 30 godhata.”+
15 Warri biyyoo gaarii irra buʼan immoo warra garaa qajeelaa fi gaarii taʼeen+ dubbicha erga dhagaʼanii booda garaa isaaniitti qabatanii jabaatanii dhaabbachuudhaan firii godhatani dha.+