-
Maatewos 25:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Gooftaan isaas, ‘Garbicha gaarii fi amanamaa nana, baʼeessa goote! Ati wantoota muraasa irratti amanamaa taateetta. Ani immoo wantoota hedduu irratti sin muuda. Gara gammachuu gooftaa keetti seeni’ isaan jedhe.
-